top of page

about hawas preparatory school

kaayoo 

 

manni barumsaa qophaa'inaa hawaas lmaammata barnootaa motummaa misoomaawaa fi dimokraatawwa keenya diriiseerratti bu'ureeffachhuun kaayoo barnootaa halma gahuu keessatti shoora olaanaa taphachaa jira. gala ka'amanis raayyaa barbootaa barsiisoortaa fi barattootaa cicimmoo fi brsiisootaa addaduree waliin ta'uun hoggansa sirri  bulchiinsa gaariin fayyadamuun akkasumas haswwas fi qaamota  dhimmi barnootaa ilaallatu hunda waliin qindaa'un qulqullina vanootaa mirkanneesuuf manio barumsaa keenya tattaaffii laayyoo hin jedhamne cochaa jira akka biyyaas ta'e akka naannootti galma barnootaa eegamu bira gahuuf mullataa fi ergama armaan gadiitii eeraman qabattee carraaqaa jira.

 

 

mullata:

 

mullatni mana barumsicha inni ijoon lammii ilaalcha dimookraatawan qabuu fi rakkoo hikuu danda'u akkasumas dorgamu danda'u fi saayinsi fi teeknoojii burqisiisuu yknb warabuun sirriitti itti fayyadamuu danda'u hundaa ol lammii guddinnaa fi haaromsa biyya keenyaa kessatti shora olana taphachuu dandau umudha

 

ergama:

 

qaamoota dhimmi barnootaa ilaallatu hunda waliin tauun biyyi keenya adeemsa  guddinaa fi haaromassaf qabatte ariifachiisuu keessatti akkasumas lammii dammaqinaa fi fyyaa qabu, barnootaa qulqulliina qabu saayinsii fi teeknolojiirattii xiyyeefate sirritti hordaffee, gahumsaan itti fayyadamuu danada'u oomishuu dha.

 

teessoo:

 

manni barumsaa kenya dur buufataa baabura adaamaa durii irraa naanoo km 2 xiqqoo hiiqee ganda 18 amma jedhamu keessatii kan argamu turre yeroo amman tana garuu giddu magaalaa gara karra assalaatti geessu irraa gara km  siqee ganda bokkuu shaanan kessaatii argama.

 

 

 

 

HAWAS PREPARATORY SCHOOL

 

ADAMA , ETHIOPIA

 

p.o.box 443

phone no 0221111989

0221100773

Web site:hawaspreparatory.wix.com

bottom of page